Afaan Oromoo Baradhaa 1.3

Licenza: Gratuito ‎Dimensioni del file: 2.62 MB
‎Valutazione utenti: 2.5/5 - ‎1 ‎Voti

È un'applicazione mobile utilizzata per insegnare come qualsiasi corpo in tutto il mondo può leggere, scrivere e parlare Afan Oromo in modo grammaticale. In modo che, questa applicazione svolge il suo grande ruolo per lo sviluppo della lingua Afan Oromo.

Afaan Oromoo Mobile Appilikeeshiiniin kan hojjatameef Ummatni Oromoo Hundi Addunyaa guutuu irra jiran Bakka Jiranitti Seerluga Afaan isaanii sirri hubachiisuun, Namni kamuu waan fedhe seeraan barreessuu, dubbisuu fi dubbachuu akka danda'u ni taasisa Jedhameeti.

Kanaafuu hundi keenya Afaan Kenya sirritti Beekuun Dirqama, Sababnisaa: AFAAN MALLATTOO DHA!

cronologia delle versioni

  • Versione 1.3 pubblicato il 2016-06-17
    L'appilikeeshiina kana keessatti Barreeffamni hedduun sirrateera, qabiyyeen tokko tokkos itti dabalameera, barreeffamni tokko tokko cinaa tokkoo hanga cinaa kaanii gahuun hin muldhannes keessatti sisiqanii barreeffamaniiru, akka hubannoof tolutti tarreeffameera.

Dettagli del programma